Category Archives: Project

31Jan/18

HORDOFTOOTA, MAAMILTOOTA KEENYAAfi UMMATA OROMOO Kabajamoo hundaaf:- OROMO ICT APP

Kaayyoon Garee OROMO ICT ykn www.oroict.com (Qubee Technologies) guddaafi inni ijoon Hanguma dandeettii keenyaatiin, waanuma dandeennuufi beeknuun irratti gama Tekinoolojii Qunnamtiif Odeeffannoo(ICT Concepts) irratti waan ummata keenya ni fayyada jennu isiniif dhiyeessuun HUBANNOO Hawaasa keenyaa cimsuudha.Read More…