Category Archives: SMART PHONE

10Oct/18

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuunRead More…

28May/18

Dhaabbanni ITIYOO-TELEKOOM Maqaa #FRAUD(Gocha Seeraan alaa) jedhuun #SIM fi #QAFOO maamiltoota heddu irraa cufaa jira

Rakkoon kun, bifa adda taheen isaan mudachaa jiraachuu fayyadamtootni bilbila harkaa kan duraa caalaa, komiin hedduu biyyattii kutaa garagaraa irraa dhagahamaa kan jiru yoo tahu, Sababbiin rakkoon kun taheef maal akka tahe OROMO ICTn qorateera. DhaabbanniRead More…

10May/18

Dhaabbanni Gogilii Sirna-Hojmaataa Haaraa Andirooyidii P jedhamu Beeksise – Google Announced Android P Operating System)

Dhaabbanni Google Sirna Hojmaata Haaraa Andirooyidii P jedhamu Maamiltootaaf ifa godheera. Sirni Hojmaata haaraa kun, tajaajiloota asiin dura jiru baay’inaan kan ofkeessatti hammateefi jijjiiramni hedduu kan irratti godhame tahuu ibsameera. Haata’uu malee, Sirna Hojmaata haaraa kanaRead More…

06May/18

Kaartaa Google irraa Maqaa Sirreessuuf ykn Guutumatti haksiisuuf (Suggest edits to a place or flag it for removal)

Dhaabbanni guddaan addunyaa keenyaa dhaabbilee garagaraa 200 ol qaba. Isaan keessaa Google Map isa tokkoodha. Dhaabbanni Google Map kun Kaartaa addunyaa adda addaa kanneen akka Kaartaa Biyyootaa, Magaalotaa, iddoowwan bebeekkamoo, iddoowwan seena-qabeeyyii, biyyoota guddatan keessatti immooRead More…

04May/18

#Ethiotelecom Saamicha bilbilaatiin Hattootaafi Saamtota biyya keessa jiraniifis Karaa bane – ኢትዬ-ቴሌኮም ህጋዊ ማጅራት መቺ

Biyya #Xoobiyaa tana keessatti hawaasa fayyadamtoota bilbilaa(maamiltoota Itiyootelekoom) ta’an irratti saamichi-diinagdee daangaa hin qabne raawwatamaa ture, ammas raawwatamaa jira. Saamichi kunis karaa lamaan adeemsifamaa ture. 1ffaa) Dhaabbatichuma mataasaatiin – kun Dhaabbatichi yeroo garagaraatti sababa garagaraa himachaaRead More…

23Apr/18

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda.

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda. Dhaabbanni guddaan Addunyaa Google tajaajila ergaa gabaabaa(SMS) mala tooftaa haaraa gadi lakkisuu akka hedu beeksiseera. Dhaabbatichi tajaajila ergaa gabaabaa bifa haraan dhiyeessuuf jedhu kana Maqaa ‘Chaati’ jedhuunRead More…

21Mar/18

Addunyaa Ammayyoofte keessatti Faayidaafi Miidhaa Tekinoolojiin Fidee dhufe – Hardha Fayyadamaa AGARSIISTUU IDDOO – Location App ilaalla

Waan dabaati, kaleessuma koompitara koo osoo tuttuqu, agarsiiftuun iddoo banaa(location ON) isa jedhu arge, Rifadhee ol utaale, maaliif akka ta’e ofgaafadhe, irra deddeebi’een yaade, dogoggoraan osoo hin hubatin anumti baneeti ta’a jedhee dafee ofirraa cufe.  Read More…

15Mar/18

#Oduu_Gammachiisaa – Systemiin Hootel/Restaurant/Cafe Haala salphaafi ammayyaawaa ta’een too’achuuf oolu #Xumuramuuf

‘Who minus who’ jechu mitiiree – #Dhaabbatootni Daldalaa Ilmaan Oromoo hedduun(irra caalaan) #Tekinoolojii_Ammayyaawaa hojii irra oolchuudhaan #DALDALA isaanii too’achuu hin jalqabne. Biyyuma #Xoobiyaa tana keessatti garuu kan warra kaanii #Tajaajiluma walfakkaatu #saffisaan, haala salphaan, gatii-salphaan, Humna-namaaRead More…

13Mar/18

#Qafoo Haaraa Gabaa irraa bitachuufi Qafoo Biyya alaatii firri namaaf ergu irratti #Ummanni Oromoo #Saamamaa ture, ammas saamamaa jira.

Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #YerooRead More…