Category Archives: Technology

13Jul/18

Tooftaa Jechdarbii(Password) nama biroo ittiin hatan(How to crack a password) | Hanna Seerawaa(Ethical Hacking)

Jechdarbii hatuu jechuun adeemsa daangaa ykn sirna(system) nuuf hin hayyamamne seenuuf yaalii taasifamuufi fakkeessanii fayyadamuuti. Gara biraatiinimmoo, Aartii yaaliidhaan jechdarbii tokko hayyama malee argachuudhaan sirna(system) nuuf hin hayyamamin akka fayyadamnu nu dandeessisuudha. Tooftaan Jechdarbii hatuu kunRead More…

04Jul/18

Maloota Sasalphaa 5 kanneen Jechadarbii(Password) Eenyummeessaa Feesbuukii baruuf gargaaran – Barnootaaf

Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa garagaraa jiraataniin walqunnamuuf(Haasaa keessootiin – inbox, Haasaa Sagalee ykn Suursagaleetiin-sound orRead More…

29Jun/18

Hubannoof | Meeshaalee Hanna Koompitaraa Seerawaa raawwachuuf Fayyadan – Ethical Hacking Tools: K-4ffaa

Barnoota keenya Hanna Koompitaraa kutaa 4ffaa keessatti Meeshaalee bebbeekkamoo hanna koompitaraa ofirraa ittisuuf tajaajiluuufi Hanna sirna Koompitaraa ykn cimdaa raawwachuuf gargaaran baldhinaan ilaalla. NMAP – Akeektuu Cimdaa(Network Mapper) jechuudha. Innis Mi’a bilisaan(Free) argamuu danda’uufi Sirna IttisaafiRead More…

28Jun/18

Hubannoof | Jechoota Hanna koompitaraa(Hacking Terminologies) – Hanna Koompitaraa: K-3ffaa

Hanna koompitaraa keessatti jechootni yeroo heddu dhimma itti baanu hedduu tahanis; Jechootni hanna koompitaraa keessaa muraasni: ~ Mosdhaa ykn Mosajjii dhaadhessaa(Adware) – Mosajjii bifa beeksisaa fakkaatee namatti ergamuudhaan, namni barbaadame sun yoo beeksisa sana cuqaase yknRead More…

27Jun/18

Hubannoof | Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) :-K-2ffaa

Faayidaalee hanna Koompitaraa irratti bobbahuu Hanni koompitaraa ulaagaalee asiin gadiirratti hundoofnaan baay’ee barbaachisaadha. Isaan keessaa muraasni: ~ Odeeffannoo ykn deetaa nu jalaa bade deeffachuuf nu gargaara, keessattuu yoo Jechadarbii(Password) irraanfanneef. ~ Yaalii diramaan cabsuu kan Of-eeggannooRead More…

26Jun/18

Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) – Hubannoo Cimsuuf qofa.

Hanni koompitaraa(hacking) hubannoo namootaarratti hundaayuun hiikkaa gargar kan qabuufi mataduree baldhaadha. Yeroo jalqabaatiif ta’iin hannaa bara 1960 iddoo MIT jedhamutti yoo ta’u maqaan hatticha(hacker) jedhamus yoosana uumame. Haaluma kanaan barreeffama keenya hardhaa keessatti, Hubannoo hanna koompitaraaRead More…

25Jun/18

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo nuti hin beekin akka hate beekuuf

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo nuti hin beekin akka hate beekuuf tartiiba asiin gadii hordofaa… Cimdaa(network) nuti itti fayyadamaa jirru irra Namni meeqa akka fayyadamaa jiruufi. Cimdaan koompitaraa Deetaa koompitaraasRead More…

24Jun/18

Eenyummeessaan Feesbuukii keessan yoo hatame ykn Jecha darbii Irraanfanne, Maal gochuu akka qabdan beektuu? Maxxansa OROMO ICT kana faana bu’aa…

Akkuma baratameefi beekkamu Eenyummeessan Marsaalee hawaasaa kenya tajaajila adda addaatiif yeroo ammaa hawaasni keenya hedduu dhimma itti bahaa jirra, deetaa irratti kuufachuu, icciitii ittiin waljijjiiruu, keessattuu Walqunnamtiif firootaafi hiriyyoota iyyoota garagaatiif haala mijataa kan uume tahus,Read More…

16Jun/18

Feesbuukii Fayyadamuudhaan Qabxiilee ijoo Daldala keessan milkeessuuf Oolan.

Yeroo ammaa Feesbuukiin dhaabbata guddaa Sadarkaa Idil-Addunyaatti dursaa jiru yommuu tahu hojiilee keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa jira. Kana jechuun Tekinoolojiin Feesbuukii daldala ammayyaatiif bu’aalee addaa heddu qabatee dhufeera. Hojii keenya(Daldala) keenya keessatti galiiRead More…

28May/18

Dhaabbanni ITIYOO-TELEKOOM Maqaa #FRAUD(Gocha Seeraan alaa) jedhuun #SIM fi #QAFOO maamiltoota heddu irraa cufaa jira

Rakkoon kun, bifa adda taheen isaan mudachaa jiraachuu fayyadamtootni bilbila harkaa kan duraa caalaa, komiin hedduu biyyattii kutaa garagaraa irraa dhagahamaa kan jiru yoo tahu, Sababbiin rakkoon kun taheef maal akka tahe OROMO ICTn qorateera. DhaabbanniRead More…