Tooftaa karaa Ergaa Gabaabaa(SMS by short code)tiin #Ethiotelecom Ummata

Saamichi #Ethiotelecom Ummata keenyarratti karaa Ergaa Gabaabaa(SMS by short code) raawwachaa...

Tooftaa karaa Ergaa Gabaabaa(SMS by short code)tiin #Ethiotelecom Ummata keenya saamuu ittuma fufee jira. Ofeeggannoo guchuu qaba hawaasni
Qafoo Ammayyaawaa irratti Ergaan gabaabaan ergamu Yakka Hanna Odeeffannoo Saayibariitiif akka Fayyadamtoota saaxiluu danda'u beektuu?

Aggaammii Hanna Odeeffannoo Saayibarii Qafoo ANDROID: Fayyadamtootni Bil.1 ol rakkoo kanaaf...

Qafoo Ammayyaawaa irratti Ergaan gabaabaan ergamu Yakka Hanna Odeeffannoo Saayibariitiif akka Fayyadamtoota saaxiluu danda'u beektuu?

Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu. Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi...

Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu | Mootummaan rakkoolee tasa mudatanii biyya burjaajessan taasgabbeessuuf Interneeta dabalatee tajaajiloota biroo yeroodhaaf cufuu danda'a, Cufanii olkaayuun garuu Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi burjaajiifi kisaaraa biraatiif biyya saaxila.

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun...

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun maal fayyada, maaltu fooyya'a? Dhuunfaan, Hawaasni, Dhaabbileen akkasumas biyyi hoo?

#Interneetaan hojii Uummachuu barbaadduu? – Dhaabbatni #Google Dargaggoota Afrikaa cimsuuf hojjachaa...

Rakkoo hoji-dhabdummaa biyya keenyaafi Akka #Afrikaatti humna Oomishaa #Dargaggoota heddu mudate furuuf Dhaabbatni guddichi Idil-Addunyaa Google, #Baajata guddaa ramadee #Dargaggootni Afrikaa Interneetaan akka hojii uummatan hojjachaa jira.

Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama?

Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama? Hanni ykn cufamuun kun karaa 4 tahuu danda'a

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba...

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw'achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe...

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera - At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack - oroict.com

Fayyadamtootni Miliyoonota heddu Jecha-darbii(password) 123456 fayyadamaa turuutu himame.

Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.