Ragaaleen Feesbuukii Miiliyoonni 500 Fi Miiliyoonni 40n Sarvaarii Amaazoon Irratti Argamu

Ragaaleen Feesbuukii miiliyoona 500 fi miiliyoona 40 ta’an sarvaarii Amaazoon irratti akka argamu dhaabbanni Qorannoo Nageenyaa Appigariid jedhamu beeksiseera.

Tajaajiloota oroict.com | Qubee Technologies Kennutti jiru

oroict.com|Qubee Technologies dhaabbata Tekinoolojii hojiiwwan Tekinoolojii adda addaa ummata keenyaaf dhiyeessuudha

Tajaajilli Interneetaa Seera too’annaa haaraa barbaachisa. Kanas karaa afuriin ilaaluu dandeenya...

Mark Zuckerberg hundeessaafi Hoogganaa Olaanaa Dhaabbata Feesbuukiiti. Barruu dheeraa bifa armaan gadiitiin Markitu 'Washington Post' irratti maxxanse. kan hiike Abdisa Bencha Jarati

Our Clients – Maamiltoota Keenya

yeroo ammaa Tajaajila Si'ataafi Dorgomaa akkasumas humna hawaasa keenyaa kan giddugaleeffate dhiyeessuudhaan Dhaabbilee Hawaasa keenyaa heddu wajjiin hojii kan eegallee jirra.

Jechi darbii Feesbuukii Fayyadamtoota Miliyoonotaa Saaxilame

Jechi darbii Fayyadamtoota Feesbuukii amansiisaa akka hin taanetu himame.Fayyadamtoota Miliyoona 60 ol jechi darbii isaanii hojjattoota dhaabbata Feesbuukii keessa hojjatan kuma 20 ol tahaniin akka beekkamu qorannoon tokko addeesseera.

Feesbuukiin tajaajila #Hinergin’Unsend’ jedhamu eegalaluu ifoomse.

Feesbuukiin ergaa #Messenger irraan walitti ergamuf tajaajila #Unsend jedhuu eegaluu ifoomseera. Kana malees hardha tajaajila #Ergaalee asiin dura Messanger irratti nama dhuunfaafi Gareerratti ergame balleessuuf kan dandeessisu tajaajilli kan dur dhaabbatichi qofti itti fayyadamaa ture Fayyadamtootaaf gadi lakkifameera

ATGC yoom ulaagaa 1s(tokkee) fi 0s(duwwaa) Madaala – When ATGC meets...

Did you know? Scientists are able to use deoxyribonucleic acid (DNA) to store and retrieve texts, images, audio, videos and and other digital data...

#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa.

Yeroo amma Dhaabbanni Ethiotelecom Gatii Tajaajila Bilbila sagaleefi Internaataallee hidhisuu isaa hedduun keenya gammachuu olaanaan simannee jirra. Haatahuu malee jijjiiramni taasifame kan sadarkaa Biyyoota...

Tooftaalee 10, Hattoota koompitaraa ofirraa eeguuf nu gargaaran!

(adsbygoogle = window.adsbygoogle || ).push({}); Yeroo Interneeta Fayyadamnu, Hattootni koomputaraa Deetaa ykn Faayilii Koompitara ykn Mobile keenya keessa jiru akka hin tanne,...

Tooftaa Jechdarbii(Password) nama biroo ittiin hatan(How to crack a password) |...

Jechdarbii hatuu jechuun adeemsa daangaa ykn sirna(system) nuuf hin hayyamamne seenuuf yaalii taasifamuufi fakkeessanii fayyadamuuti. Gara biraatiinimmoo, Aartii yaaliidhaan jechdarbii tokko hayyama malee argachuudhaan...

Recent Posts

error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.