Maloota Sasalphaa 5 kanneen Jechadarbii(Password) Eenyummeessaa Feesbuukii baruuf gargaaran – Barnootaaf

Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa...

Hubannoof | Meeshaalee Hanna Koompitaraa Seerawaa raawwachuuf Fayyadan – Ethical...

Barnoota keenya Hanna Koompitaraa kutaa 4ffaa keessatti Meeshaalee bebbeekkamoo hanna koompitaraa ofirraa ittisuuf tajaajiluuufi Hanna sirna Koompitaraa ykn cimdaa raawwachuuf gargaaran baldhinaan ilaalla. NMAP -...

Hubannoof | Jechoota Hanna koompitaraa(Hacking Terminologies) – Hanna Koompitaraa: K-3ffaa

Hanna koompitaraa keessatti jechootni yeroo heddu dhimma itti baanu hedduu tahanis; Jechootni hanna koompitaraa keessaa muraasni: ~ Mosdhaa ykn Mosajjii dhaadhessaa(Adware) - Mosajjii bifa beeksisaa...

Hubannoof | Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) :-K-2ffaa

Faayidaalee hanna Koompitaraa irratti bobbahuu Hanni koompitaraa ulaagaalee asiin gadiirratti hundoofnaan baay'ee barbaachisaadha. Isaan keessaa muraasni: ~ Odeeffannoo ykn deetaa nu jalaa bade deeffachuuf nu gargaara,...

Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) – Hubannoo Cimsuuf qofa.

Hanni koompitaraa(hacking) hubannoo namootaarratti hundaayuun hiikkaa gargar kan qabuufi mataduree baldhaadha. Yeroo jalqabaatiif ta'iin hannaa bara 1960 iddoo MIT jedhamutti yoo ta'u maqaan hatticha(hacker)...

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo...

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo nuti hin beekin akka hate beekuuf tartiiba asiin gadii hordofaa... Cimdaa(network) nuti itti fayyadamaa...

Eenyummeessaan Feesbuukii keessan yoo hatame ykn Jecha darbii Irraanfanne, Maal gochuu...

Akkuma baratameefi beekkamu Eenyummeessan Marsaalee hawaasaa kenya tajaajila adda addaatiif yeroo ammaa hawaasni keenya hedduu dhimma itti bahaa jirra, deetaa irratti kuufachuu, icciitii ittiin...

Feesbuukii Fayyadamuudhaan Qabxiilee ijoo Daldala keessan milkeessuuf Oolan.

Yeroo ammaa Feesbuukiin dhaabbata guddaa Sadarkaa Idil-Addunyaatti dursaa jiru yommuu tahu hojiilee keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa jira. Kana jechuun Tekinoolojiin Feesbuukii...

Kaartaa Google irraa Maqaa Sirreessuuf ykn Guutumatti haksiisuuf (Suggest edits to...

Dhaabbanni guddaan addunyaa keenyaa dhaabbilee garagaraa 200 ol qaba. Isaan keessaa Google Map isa tokkoodha. Dhaabbanni Google Map kun Kaartaa addunyaa adda addaa kanneen...

#Ethiotelecom Saamicha bilbilaatiin Hattootaafi Saamtota biyya keessa jiraniifis Karaa bane –...

Biyya #Xoobiyaa tana keessatti hawaasa fayyadamtoota bilbilaa(maamiltoota Itiyootelekoom) ta'an irratti saamichi-diinagdee daangaa hin qabne raawwatamaa ture, ammas raawwatamaa jira. Saamichi kunis karaa lamaan adeemsifamaa ture. 1ffaa)...

Recent Posts

error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.