Mootummaan Seera kamiin Interneeta Cufuu danda’a? – BBC Ahmaric irraa fudhanne

MM Dr.Abiy, Torbaan darbe Ibsa Gaazexeessitootaaf yemmuu kennan Gaffii Gaazexeessitootarraa dheyaateef keessaa tokko, Gaaffii Cufamuu INTERNEETAA ture. Muummuchi deebii yoo deebisan akka jedhanitti ' Lubbuu Lammiileefi Qabeenya biyyattii oolchuu barbaachisaa ta'ee yoo argame Torbaan qofa osoo hin taane guutumatti cufuu ni danda'ama' yoo jedhan dhageenyeerra. Haatahuu malee, mootummaan seera kamiin Interneeta cufa?

Feesbuukiin meeshaa sammuu namaa dubbisu qopheessaa jira

Feesbuukiin argannoo addadha jedhame meeshaa namoonni sammuudhaan yaaduu qofaan barreessuu dandeessisu/kan sammuu namaa dubbisee barreessu qopheessuuf karoora akka qabu beeksiseera.

Odeeffannoo – Fayyadamaan[App] FaceApp jedhamu yoo fayyadamtan Suuraalee fi odeeffannoo dhuunfaa...

Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti qoodamuu. Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti argitan kanneen bifa adda addaatiin hojjataman hedduun keenya ni fayyadamna

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun...

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun maal fayyada, maaltu fooyya'a? Dhuunfaan, Hawaasni, Dhaabbileen akkasumas biyyi hoo?

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.

Dhaabbileen Eegumsa Icciitiifi Hoomaan Waraana Biyyoota 13 Aggaammii Saayibariitiif Saaxilamuun himame.

Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe...

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera - At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack - oroict.com

Fayyadamtootni Miliyoonota heddu Jecha-darbii(password) 123456 fayyadamaa turuutu himame.

Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.

Bilbilli Android akka ariifatu yoo barbaaddan (saffisa) jechuu kooti tartiiba kana...

Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu...

Bilbilli Android akka ariifatu yoo barbaaddan (saffisa) jechuu kooti tartiiba kana...

Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni...
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.