Category Archives: Breaking News

01Jan/19
Larry Roberts (far left) with net pioneers Bob Kahn, Vint Cerf and web creator Sir Tim Berners-Lee

Abbaan Argannoo Interneetaa – Larry Robert du’aan boqotan.

Oduu Gaddaa Hawaasa Tekinoolojiitiif! Abbaan Argannoo Interneetaa – Larry Robert du’aan boqotan. Saayintistiin Ameerikaa, bocaafi ijaarsa Interneeta amma fayyadamnuuu kana hojjate, Larry Robert umrii 81ffaatti boqate. Dr.Rooberti Saayintistii beekkamaa addunyaa kanaa yommuu tahu, Bobbocaafi Ijaarsa TekinoolojiiRead More…