#Interneetaan hojii Uummachuu barbaadduu? – Dhaabbatni #Google Dargaggoota Afrikaa cimsuuf hojjachaa...

Rakkoo hoji-dhabdummaa biyya keenyaafi Akka #Afrikaatti humna Oomishaa #Dargaggoota heddu mudate furuuf Dhaabbatni guddichi Idil-Addunyaa Google, #Baajata guddaa ramadee #Dargaggootni Afrikaa Interneetaan akka hojii uummatan hojjachaa jira.

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba...

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw'achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe...

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera - At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack - oroict.com

Tajaajilli Interneetaa Seera too’annaa haaraa barbaachisa. Kanas karaa afuriin ilaaluu dandeenya...

Mark Zuckerberg hundeessaafi Hoogganaa Olaanaa Dhaabbata Feesbuukiiti. Barruu dheeraa bifa armaan gadiitiin Markitu 'Washington Post' irratti maxxanse. kan hiike Abdisa Bencha Jarati

Our Clients – Maamiltoota Keenya

yeroo ammaa Tajaajila Si'ataafi Dorgomaa akkasumas humna hawaasa keenyaa kan giddugaleeffate dhiyeessuudhaan Dhaabbilee Hawaasa keenyaa heddu wajjiin hojii kan eegallee jirra.

#Daldala_Kallattii(Toorarraa) – Online(Social Media) Marketing – Qubee Technologies dhaan

Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu? Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu,...
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.