Category Archives: Ethical Hacking

20Jul/18

Tooftaalee 10, Hattoota koompitaraa ofirraa eeguuf nu gargaaran!

Yeroo Interneeta Fayyadamnu, Hattootni koomputaraa Deetaa ykn Faayilii Koompitara ykn Mobile keenya keessa jiru akka hin tanne, akkamitti ofeeggannoo gochuu qabna? Namni tokko yeroo tajaajila interneetaa fayyadamu, Hariiroo cimdaa Idil-addunyaa keessatti hirmaachuudhaan. Kana jechuun Garee Cimdaa(Network)Read More…

13Jul/18

Tooftaa Jechdarbii(Password) nama biroo ittiin hatan(How to crack a password) | Hanna Seerawaa(Ethical Hacking)

Jechdarbii hatuu jechuun adeemsa daangaa ykn sirna(system) nuuf hin hayyamamne seenuuf yaalii taasifamuufi fakkeessanii fayyadamuuti. Gara biraatiinimmoo, Aartii yaaliidhaan jechdarbii tokko hayyama malee argachuudhaan sirna(system) nuuf hin hayyamamin akka fayyadamnu nu dandeessisuudha. Tooftaan Jechdarbii hatuu kunRead More…

04Jul/18

Maloota Sasalphaa 5 kanneen Jechadarbii(Password) Eenyummeessaa Feesbuukii baruuf gargaaran – Barnootaaf

Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa garagaraa jiraataniin walqunnamuuf(Haasaa keessootiin – inbox, Haasaa Sagalee ykn Suursagaleetiin-sound orRead More…

29Jun/18

Hubannoof | Meeshaalee Hanna Koompitaraa Seerawaa raawwachuuf Fayyadan – Ethical Hacking Tools: K-4ffaa

Barnoota keenya Hanna Koompitaraa kutaa 4ffaa keessatti Meeshaalee bebbeekkamoo hanna koompitaraa ofirraa ittisuuf tajaajiluuufi Hanna sirna Koompitaraa ykn cimdaa raawwachuuf gargaaran baldhinaan ilaalla. NMAP – Akeektuu Cimdaa(Network Mapper) jechuudha. Innis Mi’a bilisaan(Free) argamuu danda’uufi Sirna IttisaafiRead More…

28Jun/18

Hubannoof | Jechoota Hanna koompitaraa(Hacking Terminologies) – Hanna Koompitaraa: K-3ffaa

Hanna koompitaraa keessatti jechootni yeroo heddu dhimma itti baanu hedduu tahanis; Jechootni hanna koompitaraa keessaa muraasni: ~ Mosdhaa ykn Mosajjii dhaadhessaa(Adware) – Mosajjii bifa beeksisaa fakkaatee namatti ergamuudhaan, namni barbaadame sun yoo beeksisa sana cuqaase yknRead More…

27Jun/18

Hubannoof | Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) :-K-2ffaa

Faayidaalee hanna Koompitaraa irratti bobbahuu Hanni koompitaraa ulaagaalee asiin gadiirratti hundoofnaan baay’ee barbaachisaadha. Isaan keessaa muraasni: ~ Odeeffannoo ykn deetaa nu jalaa bade deeffachuuf nu gargaara, keessattuu yoo Jechadarbii(Password) irraanfanneef. ~ Yaalii diramaan cabsuu kan Of-eeggannooRead More…

26Jun/18

Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) – Hubannoo Cimsuuf qofa.

Hanni koompitaraa(hacking) hubannoo namootaarratti hundaayuun hiikkaa gargar kan qabuufi mataduree baldhaadha. Yeroo jalqabaatiif ta’iin hannaa bara 1960 iddoo MIT jedhamutti yoo ta’u maqaan hatticha(hacker) jedhamus yoosana uumame. Haaluma kanaan barreeffama keenya hardhaa keessatti, Hubannoo hanna koompitaraaRead More…