‘Microsoft Window’ Aggaammii hanna Saayibariitiif saaxilamee jiraachuun ibsame.

Ebla 17,2019(oroict.com) - Oomishaaleen 'Microsoft Window' adda addaa kanaan dura aggaammii hanna saayibarii dhaabbatichi hin beekneef saaxilamee turuu Laboraatooriin dhaabbata Kaaspiraaskii ifoomseera. Yakka hanna saayibarii...

Marsariitiiwwan Hootelaa hanga dhibbeentaa 66(66%) ta’an odeeffannoo Maamiloota isaanii qaama sadaffaaf...

Rakkooleen marsariitii Hootelaatiin walqabatee raawwatu Marsariitiin Hootelootaa dhibbeentaa 66% ta'an odeeffannoowwan maamilootaa haala hin eegamneen qaama sadaffaaf dabarfamee

Fayyadamtootni koompitara ASUS hedduuminni Mil. 1 ol ta’an balaa hanna odeeffannoo...

Hattootni odeeffannoo koompitaraa bara darbe kana Sirna haaromsa Moosajjii koompitara ASUS sakaaluudhaan odeeffannoo fayyadamtoota koompitara ASUS Mil.1 ol ta'an irratti Moosajjii basaastuu(Malware) itti gadi lakkisuun beekkameera.

Recent Posts

error: Content is protected !!