Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama?

Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama? Hanni ykn cufamuun kun karaa 4 tahuu danda'a

Telegiraamii Afaan Oromoo | Oduu Gammachiisa – Hiikkaan Telegiraamii Afaan Oromoo...

Yeroo ammaa immoo Telegram irrattis gaaffii dhiyeessineen Eenyummeessaan(Account) Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo nuuf banamee - Hiikkaa Jechoota Telegiraamii gara Jechoota Afaan Oromootti kan eegalle tahuu yeroo ibsinu Gammachuu Guddaadhaan.

Oduu Simbirtuu | Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolara...

Oduu Simbirtuu - Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolaraan Bil.1.7 kaahame. Bit.21/2019 oroict - Dhaabbatni tajaajila barbaacha Interneetaa kennuudhaaan beekkamu Google irratti adabbiin...

#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa.

Yeroo amma Dhaabbanni Ethiotelecom Gatii Tajaajila Bilbila sagaleefi Internaataallee hidhisuu isaa hedduun keenya gammachuu olaanaan simannee jirra. Haatahuu malee jijjiiramni taasifame kan sadarkaa Biyyoota...

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba...

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw'achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.

Jechi darbii Feesbuukii Fayyadamtoota Miliyoonotaa Saaxilame

Jechi darbii Fayyadamtoota Feesbuukii amansiisaa akka hin taanetu himame.Fayyadamtoota Miliyoona 60 ol jechi darbii isaanii hojjattoota dhaabbata Feesbuukii keessa hojjatan kuma 20 ol tahaniin akka beekkamu qorannoon tokko addeesseera.

Tajaajilli Interneetaa Seera too’annaa haaraa barbaachisa. Kanas karaa afuriin ilaaluu dandeenya...

Mark Zuckerberg hundeessaafi Hoogganaa Olaanaa Dhaabbata Feesbuukiiti. Barruu dheeraa bifa armaan gadiitiin Markitu 'Washington Post' irratti maxxanse. kan hiike Abdisa Bencha Jarati

Hegereen dhaabbata guddaa Addunyaa #Feesbuukii gaaffii keessa galaa waan jiru fakkaata.

Dhaabbata Feesbuukii hooggantootni idil-addunyaafi dhaabbilee qorannoo Tekinoolojii gaggeessan biyyoota gara garaa irraa itti fuulleffatamaa jira

Ibsa gabaabaa Seera Mootummaan Itoophiyaa Haala Itti-fayyadama Marsaalee Hawaasaarratti baaseef.

Namootni hedduuun keessaan ibsa seerichaa akka hin hubatiniifi tarkaanfiilee itti aanan irratti gaaffii nugaafachaa jirtu. Ibsi gabaabaan kunooti.

Mootummaan Seera kamiin Interneeta Cufuu danda’a? – BBC Ahmaric irraa fudhanne

MM Dr.Abiy, Torbaan darbe Ibsa Gaazexeessitootaaf yemmuu kennan Gaffii Gaazexeessitootarraa dheyaateef keessaa tokko, Gaaffii Cufamuu INTERNEETAA ture. Muummuchi deebii yoo deebisan akka jedhanitti ' Lubbuu Lammiileefi Qabeenya biyyattii oolchuu barbaachisaa ta'ee yoo argame Torbaan qofa osoo hin taane guutumatti cufuu ni danda'ama' yoo jedhan dhageenyeerra. Haatahuu malee, mootummaan seera kamiin Interneeta cufa?
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.