Oduu Simbirtuu | Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolara...

Oduu Simbirtuu - Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolaraan Bil.1.7 kaahame. Bit.21/2019 oroict - Dhaabbatni tajaajila barbaacha Interneetaa kennuudhaaan beekkamu Google irratti adabbiin...

Guddina Afaan Oromoofi Rakkoolee ijoo Afaan Oromootiin walqabatu kanneen beekuu qabnu

Afaan Oromoo osoo Abbaa qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa ta'a ture. Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati. Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba. Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? Yaada Furmaataa......

#Daldala_Kallattii(Toorarraa) – Online(Social Media) Marketing – Qubee Technologies dhaan

Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu? Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu,...

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir'isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas...

#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa.

Yeroo amma Dhaabbanni Ethiotelecom Gatii Tajaajila Bilbila sagaleefi Internaataallee hidhisuu isaa hedduun keenya gammachuu olaanaan simannee jirra. Haatahuu malee jijjiiramni taasifame kan sadarkaa Biyyoota...

Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale.

Oduu ammee - Breaking Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale. Dhaabbatni Ethiotelecom Hawaasni biyyattii keessa jiraatu, Hawaasa Idil-Addunyaatiin walqunnamtii gahaafi Odeeffannoo gahaa akka...

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda.

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda. Dhaabbanni guddaan Addunyaa Google tajaajila ergaa gabaabaa(SMS) mala tooftaa haaraa gadi lakkisuu akka hedu beeksiseera. Dhaabbatichi tajaajila ergaa...

Dhaabbilee keessatti gahee tekinoolojiifi Giddugala tokkorraa too’achuu

Faayidaa Giddugala-tokkorraa dhaabbilee heddu Tekinoolojiidhaan too'achuu Tokkummaan humna jedhama mitiiree...! Wajjiin hojjachuun humna. Tokkoomuudha, walcimsuudha, wajjiin guddachuudha, yoo kufanis wajjiin kufuudha(wajjiin hojjatanii kufuun hin jiruuyyu), yoo moo'atanis...

Namootni Cimdaa Haad-Maleessa[WI-FI] fayyadaman hunduu AGGAAMMII Saayibariitiif Saaxilamoodha jedhame – Miidhaa...

Namootni Cimdaa Haad-Maleessa fayyadaman hunduu AGGAAMMII Saayibariitiif Saaxilamoodha (ALL Your Wi-Fi Connected Devices Could Be Vulnerable to Cyber Attack) Yeroo ammaa addunyaa irratti Yakki saayibarii hedduu...

Eenyummeessaa Feesbuukii BILBILAAN Baname akkamitti gara #E-MAIL jijjiirachuu dandeenna?

Eenyummeessaa Feesbuukii BILBILAAN Baname akkamitti gara #E-MAIL jijjiirachuu dandeenna? Yeroo ammaa Addunyaa guutuu irraa, iddoo gahiinsi(covarage) Interneetaa jiru hundarraa ummanni keenya irra caalaan tajaajila Feesbuukii...
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.