Haleellaa Masjiida NZ’tti raawwateen walqabatee Feesbuukiin tamsaasa kallattii irratti daangaa tolchuuf

Qondaalli Ol-aantuu Opereeshinii Sheryl Sandberg akka jedhanitti "dhimma kana irratti caalmaan akka hojjetamuuf" waliif galameera. Haleellaa kallattiin dhukaasuun Kiraayisticharchiitti raawwatameen namoonni shantamni kan ajjeefaman yommuu...

Teeknooloojii Feesbuuk fuula namaa adda baasu irratti himatni baname

Himanni kun Feesbuuk beekamtii fayyadamtootaan ala odeeffannoo sassaabaa akka ture odeessa. Teeknooloojiin kun ''tag suggestions'' suuraan yoo maxxanffamu hiriyoota itti kaa'an kan dabalatu yoo ta'u,...

Feesbuukiin olaantummaa fi qoollifannaa warra adii dhorkuuf jedhame

Dhaaabbanni midiyaa hawassaa kunis kana booda ergaawwan gareewwan shororkeessitootaa irraa dhufan adda baasuun dhorkuuf dandeeddiisaa cimsachuuf dhaadateera. Akkasumas fayyadamtoonni feesbuukii jechoota mufachiisoo ta'an yommuu barbaadan...

Fayyadamtootni koompitara ASUS hedduuminni Mil. 1 ol ta’an balaa hanna odeeffannoo...

Hattootni odeeffannoo koompitaraa bara darbe kana Sirna haaromsa Moosajjii koompitara ASUS sakaaluudhaan odeeffannoo fayyadamtoota koompitara ASUS Mil.1 ol ta'an irratti Moosajjii basaastuu(Malware) itti gadi lakkisuun beekkameera.

Our Clients – Maamiltoota Keenya

yeroo ammaa Tajaajila Si'ataafi Dorgomaa akkasumas humna hawaasa keenyaa kan giddugaleeffate dhiyeessuudhaan Dhaabbilee Hawaasa keenyaa heddu wajjiin hojii kan eegallee jirra.

Jechi darbii Feesbuukii Fayyadamtoota Miliyoonotaa Saaxilame

Jechi darbii Fayyadamtoota Feesbuukii amansiisaa akka hin taanetu himame.Fayyadamtoota Miliyoona 60 ol jechi darbii isaanii hojjattoota dhaabbata Feesbuukii keessa hojjatan kuma 20 ol tahaniin akka beekkamu qorannoon tokko addeesseera.

Guddina Afaan Oromoofi Rakkoolee ijoo Afaan Oromootiin walqabatu kanneen beekuu qabnu

Afaan Oromoo osoo Abbaa qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa ta'a ture. Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati. Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba. Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? Yaada Furmaataa......

Qeeqa BBC Afaan Oromoo Maxxansa Tekinoolojii kan mataduree ‘Mallattoo 7n butamuu...

Gaazexeessitoota Teenya Dhaabbata BBC Afaan Oromootiif.-- #Ergaa kana share godhaa BBC News Afaan Oromotiin naa gahaa ******************************************************* Gaazexeessitootni keenya BBC Afaan Oromoo keessa jirtan Hojii boonsaafi...

Dhaabbanni Gogilii Sirna-Hojmaataa Haaraa Andirooyidii P jedhamu Beeksise – Google Announced...

Dhaabbanni Google Sirna Hojmaata Haaraa Andirooyidii P jedhamu Maamiltootaaf ifa godheera. Sirni Hojmaata haaraa kun, tajaajiloota asiin dura jiru baay'inaan kan ofkeessatti hammateefi jijjiiramni hedduu...

Dhaabbilee keessatti gahee tekinoolojiifi Giddugala tokkorraa too’achuu

Faayidaa Giddugala-tokkorraa dhaabbilee heddu Tekinoolojiidhaan too'achuu Tokkummaan humna jedhama mitiiree...! Wajjiin hojjachuun humna. Tokkoomuudha, walcimsuudha, wajjiin guddachuudha, yoo kufanis wajjiin kufuudha(wajjiin hojjatanii kufuun hin jiruuyyu), yoo moo'atanis...

Recent Posts

error: Content is protected !!