Feesbuukii Fayyadamuudhaan Qabxiilee ijoo Daldala keessan milkeessuuf Oolan.

Yeroo ammaa Feesbuukiin dhaabbata guddaa Sadarkaa Idil-Addunyaatti dursaa jiru yommuu tahu hojiilee keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa jira. Kana jechuun Tekinoolojiin Feesbuukii...

Itti Fayyadama Yuutuubii fi Mirga Abbummaa Yuutuubii irratti(How, Usage and Copyright...

Dhaabbanni Guddichi Addunyaa keenyaa, Dhaabbanni Google yeroo ammaa, addunyaa guutuu keessaa dhaabbilee 200 ol kan qabu, yommuu ta'u, Yuutuubiin dhaabbilee Gurguddoo kanneen keessaa isa...

Dhaabbilee keessatti gahee tekinoolojiifi Giddugala tokkorraa too’achuu

Faayidaa Giddugala-tokkorraa dhaabbilee heddu Tekinoolojiidhaan too'achuu Tokkummaan humna jedhama mitiiree...! Wajjiin hojjachuun humna. Tokkoomuudha, walcimsuudha, wajjiin guddachuudha, yoo kufanis wajjiin kufuudha(wajjiin hojjatanii kufuun hin jiruuyyu), yoo moo'atanis...

Recent Posts

error: Content is protected !!