Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse

Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.

Dhaabbileen Eegumsa Icciitiifi Hoomaan Waraana Biyyoota 13 Aggaammii Saayibariitiif Saaxilamuun himame.

Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba...

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw'achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe...

Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera - At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack - oroict.com

Qafoon SAMSUNG kan ofirra dacha’u fuulleen isaa cabuun dhiyeessiin oomishichaa akka...

Qafoon haaraa fuulleen isaa ofirra dadacha'u ykn walitti cabu kan dhaabbanni SAMSUNG oomishaa jiru Maamiltootni dursanii itti fayyadamuu eegalan fuulleen qafichaa nujalaa cabaa jira jechuun himate dhiyaateen walqabatee dhiyeessiin qafichi gabatti dhufuun tursiisuutu himame.

Fayyadamtootni Miliyoonota heddu Jecha-darbii(password) 123456 fayyadamaa turuutu himame.

Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.

Bilbilli keessan isin jalaa Mallaqa Fixaa – የሞሉት ካርድ እያለቀ...

Irra deddeebiidhaan Interneeta yoo fayyadamtan qarshii guddaa fudhataa? Tartiiba kana ilaalaa - በተደጋጋሚ ኢንተርኔት ገብተው ሲወጡ በዛ ያለ ገንዘብ እየተወሰደ..

Feesbuukiin Odeeffannoo Sobaa Fi Rakkoo Uumuu Danda’an Ittisuufi

Feesbuukiin odeeffannoo sobaa fi rakkoo uumuu dandeesisan ittisuuf fooyyaa’insa bal’aa akka godhu beeksisee jira. Dhaabbatichi dhaabbilee akka Assoosheetiid Prees, Tuveet Viidiyoo fi ogeeyyii biroo waliin...

‘Microsoft Window’ Aggaammii hanna Saayibariitiif saaxilamee jiraachuun ibsame.

Ebla 17,2019(oroict.com) - Oomishaaleen 'Microsoft Window' adda addaa kanaan dura aggaammii hanna saayibarii dhaabbatichi hin beekneef saaxilamee turuu Laboraatooriin dhaabbata Kaaspiraaskii ifoomseera. Yakka hanna saayibarii...

Twitteriin Eenyummeessaa Fayyadamtoota Kuma 100 cufee ture bane.

Twitteriin Eenyummeessaa Fayyadamtoota Kuma 100 cufee ture bifa haaraan gadi lakkise, kunis dhibbeentaa 45 kan bara....

Recent Posts

error: Content is protected !!