Mootummaan Seera kamiin Interneeta Cufuu danda’a? – BBC Ahmaric irraa fudhanne

MM Dr.Abiy, Torbaan darbe Ibsa Gaazexeessitootaaf yemmuu kennan Gaffii Gaazexeessitootarraa dheyaateef keessaa tokko, Gaaffii Cufamuu INTERNEETAA ture. Muummuchi deebii yoo deebisan akka jedhanitti ' Lubbuu Lammiileefi Qabeenya biyyattii oolchuu barbaachisaa ta'ee yoo argame Torbaan qofa osoo hin taane guutumatti cufuu ni danda'ama' yoo jedhan dhageenyeerra. Haatahuu malee, mootummaan seera kamiin Interneeta cufa?

Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu. Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi...

Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu | Mootummaan rakkoolee tasa mudatanii biyya burjaajessan taasgabbeessuuf Interneeta dabalatee tajaajiloota biroo yeroodhaaf cufuu danda'a, Cufanii olkaayuun garuu Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi burjaajiifi kisaaraa biraatiif biyya saaxila.

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun...

Biyya Keenyaa keessatti Dhiyeessiin Tajaajila Telekoomii Dhaabbilee Idil-addunyaa birootiif qoodamee kennamuun maal fayyada, maaltu fooyya'a? Dhuunfaan, Hawaasni, Dhaabbileen akkasumas biyyi hoo?

Dhaabbileen Eegumsa Icciitiifi Hoomaan Waraana Biyyoota 13 Aggaammii Saayibariitiif Saaxilamuun himame.

Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.

Itoophiyaatti tajaajilli bilbila moobaayilii kan eegale waggaa 20’n dura ture

Itiyoo-telekoom tajaajila bilbila moobaayilii kennuu erga jalqabee ganna 20 guute.

Tajaajilli Ethiotelecom taanuu dhabe. Dhaabbanni #Ethiotelecom humna amma qabu kanaan rakkoo...

#Ethiotelecom maaf tan duraatuu dhabe?, Rakkoolee Dhaabbaticha keessa jiraniifi Madda Rakkoo Tajaajila Telekoomii Itoophiyaa, Hanqina Hooggansa Haaraa fi Rakkoolee Walxaxaa duraafi Ammas jiru fi Yaada Furmaataa

Yuutuubii irraa Galii argachuuf Maloota shanan beekuun barbaachisu – BBC Afaan...

Namoonni hedduu viidiyoo tolaan daawwachuuf Yuutubii filatu. Haa ta'u malee, dawwachuufi ittiin beekamuuf qofa osoo hin taane madda galiis erga ta'e tureera.
error: Content is protected !!

Odeeffannoo Tekinoolojii Haaraa argachuuf oroict.com irratti Maamila ta'aa.

Galatoomaa! Miseensummaa kennaa odeeffannnoo oroict.com argattanii jirtu.

Ergaa keessan rakkoon mudateera. Maaloo irra deebi'aa yaalaa.

oroict.com | Qubee Technologies will use the information you provide on this form to be in touch with you and to provide updates and marketing.