Kaappitaal 54 hojii teeknooloojii Ityoophiyaa deeggaruuf Birriii miiliyoona 6 gumaache.

Dhaabbatichi Ityoophiyaatti dameewwan addaddaarratti bobba’ee hojjechaa jira.

Hojiileen qorannaa bu’aa, tajaajilaa fi qabeenyatti akka geeddaraman, carraa hojii teeknooloojii jajjabeessuufi marsaa jalqabaatin Birrii miiliyoona 6 kan gumaache.

Waliigaltee tumsaas ministir deettaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Shuumatee Gizaawii fi hundeessaan Kaappitaal 54 Sa’iid Awwayid mallatteessaniiru.

Maddi: FBC

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here