16Jun/18

Feesbuukii Fayyadamuudhaan Qabxiilee ijoo Daldala keessan milkeessuuf Oolan.

Yeroo ammaa Feesbuukiin dhaabbata guddaa Sadarkaa Idil-Addunyaatti dursaa jiru yommuu tahu hojiilee keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa jira. Kana jechuun Tekinoolojiin Feesbuukii daldala ammayyaatiif bu’aalee addaa heddu qabatee dhufeera. Hojii keenya(Daldala) keenya keessatti galiiRead More…

28May/18

Dhaabbanni ITIYOO-TELEKOOM Maqaa #FRAUD(Gocha Seeraan alaa) jedhuun #SIM fi #QAFOO maamiltoota heddu irraa cufaa jira

Rakkoon kun, bifa adda taheen isaan mudachaa jiraachuu fayyadamtootni bilbila harkaa kan duraa caalaa, komiin hedduu biyyattii kutaa garagaraa irraa dhagahamaa kan jiru yoo tahu, Sababbiin rakkoon kun taheef maal akka tahe OROMO ICTn qorateera. DhaabbanniRead More…

24May/18

Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale.

Oduu ammee – Breaking Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale. Dhaabbatni Ethiotelecom Hawaasni biyyattii keessa jiraatu, Hawaasa Idil-Addunyaatiin walqunnamtii gahaafi Odeeffannoo gahaa akka waliif hin dabarsine, Tarkaanfii akka #SIM_Cufuu, #Qafoo_Cufuu eegaluu oduun qabatamaaRead More…

10May/18

Dhaabbanni Gogilii Sirna-Hojmaataa Haaraa Andirooyidii P jedhamu Beeksise – Google Announced Android P Operating System)

Dhaabbanni Google Sirna Hojmaata Haaraa Andirooyidii P jedhamu Maamiltootaaf ifa godheera. Sirni Hojmaata haaraa kun, tajaajiloota asiin dura jiru baay’inaan kan ofkeessatti hammateefi jijjiiramni hedduu kan irratti godhame tahuu ibsameera. Haata’uu malee, Sirna Hojmaata haaraa kanaRead More…

06May/18

Kaartaa Google irraa Maqaa Sirreessuuf ykn Guutumatti haksiisuuf (Suggest edits to a place or flag it for removal)

Dhaabbanni guddaan addunyaa keenyaa dhaabbilee garagaraa 200 ol qaba. Isaan keessaa Google Map isa tokkoodha. Dhaabbanni Google Map kun Kaartaa addunyaa adda addaa kanneen akka Kaartaa Biyyootaa, Magaalotaa, iddoowwan bebeekkamoo, iddoowwan seena-qabeeyyii, biyyoota guddatan keessatti immooRead More…

04May/18

#Ethiotelecom Saamicha bilbilaatiin Hattootaafi Saamtota biyya keessa jiraniifis Karaa bane – ኢትዬ-ቴሌኮም ህጋዊ ማጅራት መቺ

Biyya #Xoobiyaa tana keessatti hawaasa fayyadamtoota bilbilaa(maamiltoota Itiyootelekoom) ta’an irratti saamichi-diinagdee daangaa hin qabne raawwatamaa ture, ammas raawwatamaa jira. Saamichi kunis karaa lamaan adeemsifamaa ture. 1ffaa) Dhaabbatichuma mataasaatiin – kun Dhaabbatichi yeroo garagaraatti sababa garagaraa himachaaRead More…

29Apr/18

Itti Fayyadama Yuutuubii fi Mirga Abbummaa Yuutuubii irratti(How, Usage and Copyright on Youtube) – Deebii Gaaffii nama hedduu

Dhaabbanni Guddichi Addunyaa keenyaa, Dhaabbanni Google yeroo ammaa, addunyaa guutuu keessaa dhaabbilee 200 ol kan qabu, yommuu ta’u, Yuutuubiin dhaabbilee Gurguddoo kanneen keessaa isa tokkoodha. Dhaabbilee kanneen keessaa kanneen akka: Yuoutube, Gmail, Google-plus, Adsense, Haaluma kanaanRead More…

23Apr/18

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda.

Dhaabbanni Google tajaajila Ergaa gabaabaa(SMS) bilbila Android geeddaruu heda. Dhaabbanni guddaan Addunyaa Google tajaajila ergaa gabaabaa(SMS) mala tooftaa haaraa gadi lakkisuu akka hedu beeksiseera. Dhaabbatichi tajaajila ergaa gabaabaa bifa haraan dhiyeessuuf jedhu kana Maqaa ‘Chaati’ jedhuunRead More…

20Apr/18

Dhaabbilee keessatti gahee tekinoolojiifi Giddugala tokkorraa too’achuu

Faayidaa Giddugala-tokkorraa dhaabbilee heddu Tekinoolojiidhaan too’achuu Tokkummaan humna jedhama mitiiree…! Wajjiin hojjachuun humna. Tokkoomuudha, walcimsuudha, wajjiin guddachuudha, yoo kufanis wajjiin kufuudha(wajjiin hojjatanii kufuun hin jiruuyyu), yoo moo’atanis wajjiin moo’atanii milkaayuuf karaa saaqa. Ummanni keenna aadaa wajjiinRead More…