Tag Archives: ethiotelecom

10Oct/18

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuunRead More…

24May/18

Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale.

Oduu ammee – Breaking Ethiotelecom, Walqunnamtii Hawaasa biyyattii ukkaamsuuf #Tarkaanfii ciccimaa fudhachuu eegale. Dhaabbatni Ethiotelecom Hawaasni biyyattii keessa jiraatu, Hawaasa Idil-Addunyaatiin walqunnamtii gahaafi Odeeffannoo gahaa akka waliif hin dabarsine, Tarkaanfii akka #SIM_Cufuu, #Qafoo_Cufuu eegaluu oduun qabatamaaRead More…

04May/18

#Ethiotelecom Saamicha bilbilaatiin Hattootaafi Saamtota biyya keessa jiraniifis Karaa bane – ኢትዬ-ቴሌኮም ህጋዊ ማጅራት መቺ

Biyya #Xoobiyaa tana keessatti hawaasa fayyadamtoota bilbilaa(maamiltoota Itiyootelekoom) ta’an irratti saamichi-diinagdee daangaa hin qabne raawwatamaa ture, ammas raawwatamaa jira. Saamichi kunis karaa lamaan adeemsifamaa ture. 1ffaa) Dhaabbatichuma mataasaatiin – kun Dhaabbatichi yeroo garagaraatti sababa garagaraa himachaaRead More…

13Mar/18

#Qafoo Haaraa Gabaa irraa bitachuufi Qafoo Biyya alaatii firri namaaf ergu irratti #Ummanni Oromoo #Saamamaa ture, ammas saamamaa jira.

Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #YerooRead More…