Tag Archives: ict news

26Aug/18

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas tajaajila bilbila sagalee irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 40 fi ergaa barreeffamaaRead More…

14Oct/17

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale

Dhaabbanni Facebook Tajaajila NYAATA Toorarraa ajajachuu(Food Ordering Service) Eegale Mark Zuukerbargi ammas waan haaraa qabatee nuuf dhufeera. Amma irraa eegaltannii Facebook fayyadamuun nyaata ajajachuu akka dandeessan beeksiseera. Kunimmoo tajaajiloota asiin dura karaa toorarraan ntaata ajajachuutiin garaagarummaaRead More…