Tag Archives: Internet

10Oct/18

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuunRead More…

26Aug/18

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas tajaajila bilbila sagalee irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 40 fi ergaa barreeffamaaRead More…

02Jul/18

Miidhaalee(Kisaaraa guyyatti $5-$9) Haasaa Keessoo(CHAT) Marsaalee Hawaasaatiin – Muuxannoo Qabatamaa wajjiin.

Feesbuukiin marsaalee qunnamtii hawaasaa keessaa isa beekkamaadha. Yeroo gabaabaa keessatti beekkamtii olaanaafi hordoftoota hedduu horate. Fayyadamtoota guyyaa guyyaan dabalaa deeman horatee jira, yeroo ammaa hordoftoota ka’aa(Active users) hanga biliyoona 2.19 horachuu odeeffannoon marsariitii dhaabbatichaa ni agarsiisa.Read More…

14Jan/18

INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU

Kutaa 2ffaa – SHARE – Ferhan Abdulselam Haakiingi (Hacking):  Sooftweerii ykn haardweerii kompiyuutara tokkoo jallisuudhaan kaayyoo kompiyuutarichi tolfameefiin ala kaayyoo biraa ittiin geggeessuu jechuudha. Kunis laafina siistama kompiyuutara tokkoo ykn neetworkiin tokko qabu (qaawa laafaa) addaRead More…

27Dec/17

Magaalaa Finfinneetiin ala, Mootummaan Tajaajila Interneetaa Kukkutuun maaliif?

Magaalaa Finfinneetiin ala, Mootummaan Tajaajila Interneetaa Kukkutuun maaliif? Torbaanota darban kan tajaajilli Interneetaa Magaalaa finfinneetiin ala adda citeera. Tajaajilli Interneeta Mobile Itoopiyaa keessatti gara lakkoofsa icciitii – ItiyooTelekoom dhaan ummataaf raabsama. Dargaggoonni karaa yoo cufan –Read More…