Tag Archives: OROMO ICT

31Oct/18

#Daldala_Kallattii(Toorarraa) – Online(Social Media) Marketing – Qubee Technologies dhaan

Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu? Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu, Website hojjachuu, waaltessuu fi too’achuu, Gorsaafi Leenjii ICT, Deeggarsa fi BeeksisaRead More…

26Aug/18

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas tajaajila bilbila sagalee irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 40 fi ergaa barreeffamaaRead More…

04Jul/18

Maloota Sasalphaa 5 kanneen Jechadarbii(Password) Eenyummeessaa Feesbuukii baruuf gargaaran – Barnootaaf

Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa garagaraa jiraataniin walqunnamuuf(Haasaa keessootiin – inbox, Haasaa Sagalee ykn Suursagaleetiin-sound orRead More…

02Jul/18

Miidhaalee(Kisaaraa guyyatti $5-$9) Haasaa Keessoo(CHAT) Marsaalee Hawaasaatiin – Muuxannoo Qabatamaa wajjiin.

Feesbuukiin marsaalee qunnamtii hawaasaa keessaa isa beekkamaadha. Yeroo gabaabaa keessatti beekkamtii olaanaafi hordoftoota hedduu horate. Fayyadamtoota guyyaa guyyaan dabalaa deeman horatee jira, yeroo ammaa hordoftoota ka’aa(Active users) hanga biliyoona 2.19 horachuu odeeffannoon marsariitii dhaabbatichaa ni agarsiisa.Read More…

29Jun/18

Hubannoof | Meeshaalee Hanna Koompitaraa Seerawaa raawwachuuf Fayyadan – Ethical Hacking Tools: K-4ffaa

Barnoota keenya Hanna Koompitaraa kutaa 4ffaa keessatti Meeshaalee bebbeekkamoo hanna koompitaraa ofirraa ittisuuf tajaajiluuufi Hanna sirna Koompitaraa ykn cimdaa raawwachuuf gargaaran baldhinaan ilaalla. NMAP – Akeektuu Cimdaa(Network Mapper) jechuudha. Innis Mi’a bilisaan(Free) argamuu danda’uufi Sirna IttisaafiRead More…

28Jun/18

Hubannoof | Jechoota Hanna koompitaraa(Hacking Terminologies) – Hanna Koompitaraa: K-3ffaa

Hanna koompitaraa keessatti jechootni yeroo heddu dhimma itti baanu hedduu tahanis; Jechootni hanna koompitaraa keessaa muraasni: ~ Mosdhaa ykn Mosajjii dhaadhessaa(Adware) – Mosajjii bifa beeksisaa fakkaatee namatti ergamuudhaan, namni barbaadame sun yoo beeksisa sana cuqaase yknRead More…

27Jun/18

Hubannoof | Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) :-K-2ffaa

Faayidaalee hanna Koompitaraa irratti bobbahuu Hanni koompitaraa ulaagaalee asiin gadiirratti hundoofnaan baay’ee barbaachisaadha. Isaan keessaa muraasni: ~ Odeeffannoo ykn deetaa nu jalaa bade deeffachuuf nu gargaara, keessattuu yoo Jechadarbii(Password) irraanfanneef. ~ Yaalii diramaan cabsuu kan Of-eeggannooRead More…