Tajaajilli Intarneetii Dhaloota 5ffaa Jalqabaa Buufata Baaburaa Shaangaayitti Ifoome

0
132

Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa jalqabaa buufata baaburaa Shaangaayitti ifoome.
 
Tajaajilli intarneetii dhaloota 5ffaa kun yoo ifoomu addunyaarratti kan jalqabaati.
 
Tajajailichis Chaayinaa magaalaa Shaangaay buufata baaburaa Hoongishiyaamitti ifoomera.
 
Tajaajilichas hojjettoonni baaburaa fi imaltoonni yaalaa jiru.
 
Maamiltoonnii fi hojjettoonni baaburichaa miiliyoona 60 ta’an tajajaila intarneetii dhaloota 5ffaa kanatti fayyadamuu eegalaniiru.
 
Tajaajilichi sakandii 20 keessatti fiilmii tokko buufachuu dandeessisa.
 
Maddi; Shaayin

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here